Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Seenaa 4

9 Yaabeex nama obboloota isaa caalaa ulfina qabu ture; haatii isaa, "Ani dhiphinaanan isa daʼe" jettee Yaabeex jettee isa moggaafte. 10 Yaabeex immoo akkana jedhee Allaah Israaʼelitti iyyate; "Ati na eebbisi; biyya koos naaf balʼisi! Akka ani hin miidhamnee fi akka ani dhiphina jalaa baʼuuf harki kee na wajjin haa jiraatu." Allaahanis waan inni duʼaa godhate sana ni kenneef.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também