Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Seenaa 14

7 Innis namoota Yihuudaan akkana jedhe; "Kottaa nu magaalaawwan kanneen haa ijaarru; dallaa gamoo, cufaa fi danqaraawwan qabu itti naannessinee haa ijaarru; sababii nu Rabbii Allaah keenya barbaanneef lafti kun ammas keenyuma; nu isa barbaanne; innis karaa hundaan boqonnaa nuuf kenne." Isaan ni ijaaran; hojiin isaaniis ni milkaaʼeef.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também