Pular para o conteúdo
Publicidade

Yushuʼaa 23

14 "Kunoo ani karaa lafa hundaa deemuufin jira. Akka waadaa gaarii Rabbii Allaahan keessan isiniif gale hunda keessaa tokko iyyuu utuu hin guutamin hafee hin jirre isin garaa keessan guutuu fi lubbuu keessan guutuudhaan ni beektu. Waadaan hundi guutameera; tokko iyyuu hin hirʼanne.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também