Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 12

4 "Yaa michoota ko, ani isinittin hima; warra dhagna ajjeesanii ergasii immoo kana caalaa homaa gochuu hin dandeenye hin sodaatinaa. 5 Ani garuu kan isin sodaachuu qabdan isinittin argisiisa; isa erga ajjeesee booddee jahaannamitti darbachuudhaaf taayitaa qabu sana sodaadhaa; eeyyee, ani isinittin hima; isa sodaadhaa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também