Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 22

19 Innis buddeena fuudhee galata galchee, caccabsee isaaniif kennee, "Kun foon koo kan isiniif kennamuu dha; kanas yaadannoo kootiif godhadhaa" jedheen.

20 Akkasumas irbaata booddee xoofoo sana fuudhee akkana jedhe; "Xoofoon kun Kakuu Haaraa dhiiga koo kan isiniif dhangalaafamuun taʼuu dha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também