Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 12

Mallattoo Yuunuus

38 Ergasii barsiistonni seeraatii fi Fariisonni tokko tokko, "Yaa barsiisaa, nu mallattoo sirraa arguu barbaanna" jedhaniin.

39 Innis deebisee akkana isaaniin jedhe; "Dhaloonni hamaa fi ejjaan mallattoo barbaada! Garuu mallattoo Yuunuus nabiiʼiyyichaa sana malee mallattoon tokko iyyuu hin kennamuuf. 40 Akkuma Yuunuus guyyaa sadii fi halkan sadii garaa qurxummii guddaa tokkoo keessa ture sana, Ilmi Namaas guyyaa sadii fi halkan sadii garaa lafaa keessa ni turaatii.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também