Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 13

Fakkeenya Kiyyoo

47 "Akkasumas mootummaan shamaayʼun kiyyoo galaanatti darbatamee qurxummii gosa hundaa walitti qabe fakkaata. 48 Yeroo kiyyoon sun guutamettis qurxummii qabdoonni gara qarqara galaanaatti isa harkisan. Ergasiis tataaʼanii qurxummii gaarii filanii qodaa isaaniitti naqatan; qurxummii gadhee immoo ni gatan. 49 Dhuma addunyaattis akkasuma taʼa. Malaʼikkoonni dhufanii warra hamoo warra qajeeltota irraa gargar baasu; 50 boolla ibiddaattis isaan darbatu; achittis wawwaannaa fi ilkaan qaruutu taʼa."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também