Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 22

17 Egaa mee nutti himi; yaadni kee maali? Qeesaariif gibira kaffaluun eeyyamameera moo hin eeyyamamne?"

18 Iisaan garuu hammina isaanii beekee akkana jedhe; "Yaa fakkeessitoota nana, isin maaliif na qortu? 19 Mee maallaqa gibira kaffaltan natti argisiisaa." Isaanis diinaarii tokko isatti fidan; 20 inni immoo, "Fakkiin kun kan eenyuu ti? Katabbiin kunis kan eenyuu ti?" jedhee isaan gaafate.

21 Isaanis, "Kan Qeesaari" jedhanii deebisan.

Kana irratti inni, "Yoos kan Qeesaar Qeesaariif, kan Allaaha immoo Allaahaf kennaa" jedheen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também