29 "Akkuma dhiphinni bara sanaa darbeen,
" ‘Aduun ni dukkanoofti;
jiʼis ifa ishee hin kennitu;
urjiiwwan shamaayʼun irraa ni harcaʼu;
humnoonni shamaayʼuniis ni raafamu.’ 24:29 Isa 13:10; 34:4
29 "Akkuma dhiphinni bara sanaa darbeen,
" ‘Aduun ni dukkanoofti;
jiʼis ifa ishee hin kennitu;
urjiiwwan shamaayʼun irraa ni harcaʼu;
humnoonni shamaayʼuniis ni raafamu.’ 24:29 Isa 13:10; 34:4