Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 24

37 Akkuma bara Nuuhi taʼe sana yeroo dhufaatii Ilma Namaattis akkasuma ni taʼa. 38 Bara bishaan badiisaatiin dura ture sana, hamma gaafa Nuuhi doonii seeneetti namoonni nyaachaa, dhugaa, fuudhaa, heerumaas turaniitii. 39 Isaanis hamma bishaan badiisaa dhufee hunda isaanii fudhatetti waan dhufuuf jiru hin beekne. Yeroo Ilmi Namaa dhufuttis akkasuma taʼa. 40 Gaafas namoonni lama lafa qotiisaa keessa hojjetu; inni tokko ni fudhatama; kaan immoo ni hafa. 41 Dubartoonni lama dhagaa daakuutiin daaku; tokko ni fudhatamti; kaan immoo ni hafti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também