Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 27

33 Isaanis iddoo Golgootaa jedhamu gaʼan; Golgootaa jechuun "Iddoo buqqee mataa" jechuu dha. 34 Achittis akka inni dhuguuf daadhii wayinii kan hadhooftuun itti makame kennaniif; inni garuu afaaniin qabee dhuguu dide. 35 Isaanis erga isa fannisanii booddee ixaa buufatanii uffata isaa gargar qooddatan.

Veja também