Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 5

15 Yookaan namoonni ibsaa qabsiisanii gombisaa jala hin kaaʼan. Qooda kanaa baattuu isaa irra kaaʼu; ibsaan sunis namoota mana keessa jiran hundaaf ifa kenna. 16 Akka namoonni hojii keessan isa gaarii arganii abbaa keessan kan shamaayʼun irraatiif ulfina kennaniif ifni keessanis akkasuma fuula namootaa duratti haa ifu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também