Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 9

Intala Duutee fi Dubartii Dhukkubsatte

18 Utuu inni waan kana dubbachaa jiruu, bulchaan mana sagadaa tokko dhufee fuula isaa duratti jilbeenfatee, "Intalli koo ammuma na duraa duute. Garuu kottuutii harka kee ishee irra kaaʼi; isheenis ni jiraattii" jedheen. 19 Iisaan kaʼee barattoota isaa wajjin isa duukaa buʼe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também