Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Seenaa 28

20 Daawud ilma isaa Suleyimaaniin akkana jedhe; "Cimi; jajjabaadhus; hojii sanas hojjedhu. Hin sodaatin; abdiis hin kutatin; Rabbii Allaahan, Allaah Gooftaan, Allaahan koo si wajjin jiraatii. Inni hamma hojiin tajaajila mana qulqullummaa Rabbii Allaah dhumutti si hin dhiisu yookaan si hin gatu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também