Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Saamuʼeel 17

37 Rabbii Allaahan inni irree leencaatii fi irree amaaketaa jalaa na baase sun harka Filisxeemicha kanaa jalaas na baasa."

Saaʼolis Daawudiin, "Dhaqi, Rabbii Allaahan si wajjin haa taʼu" jedhe.

Veja também