23 Abiigayiil yeroo Daawudin argitetti daftee harree ishee irraa buutee adda isheetiin fuula Daawud duratti lafatti gombifamtee sagadde. 24 Isheenis miilla isaa irratti kuftee akkana jette: "Yaa gooftaa ko, balleessaan hundi ana qofa irra haa jiraatu. Maaloo akka garbittiin kee sitti dubbattu eeyyamiif; waan garbittiin kee dubbachuu barbaaddus dhagaʼi.
Publicidade
1 Saamuʼeel 25
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.