27 Utuu gara daarii magaalaatti gad buʼaa jiranuus Saamuʼeel Saaʼoliin, "Akka tajaajilaan kee nu dursee deemuuf itti himi" jedhe. Tajaajilaan sunis akkuma itti himame godhe; ergasii Saamuʼeel, "Akka ani ergaa Allaaha sitti himuuf ati xinnoo as turi" jedhe.
Publicidade
Publicidade