Pular para o conteúdo
Publicidade

Keessa Deebii 6

5 Garaa kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan Rabbii Allaah kee jaalladhu. 6 Ajajawwan ani harʼa siif kennu kunneen garaa kee keessa haa jiraatan. 7 Ijoollee kees cimsii barsiisi. Yeroo mana teessu, yeroo karaa deemtu, yeroo ciiftuu fi yeroo dammaqxutti waaʼee isaanii odeessi.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também