19 Yommuu dabarsanii isin kennanis akkamitti akka dubbattan yookaan maal akka dubbattan hin yaaddaʼinaa. Wanni isin dubbattan yeruma sanatti isiniif kennama; 20 Hafuura Abbaa keessaniitu isin keessaa dubbata malee isintu dubbata mitii.