Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 11

11 Ani dhuguma isinittin hima; namoota dubartoota irraa dhalatan keessaa namni Yahyaa caalu tokko iyyuu hin kaane; namni mootummaa shamaayʼun keessatti nama hundumaa gad taʼe kam iyyuu garuu isa ni caala. 12 Mootummaan shamaayʼun bara Yahyaatii jalqabee hamma ammaatti humnaan dhiibbachaa jira; namoonni dhiibbatanis humnaan mootummaa sana argatu.

Veja também