Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 18

Cubbuu Walitti Hojjechuu

15 "Yoo obboleessi kee cubbuu sitti hojjete, dhaqiitii iddoo isin lamaan qofti jirtanitti balleessaa isaa itti himi. Yoo inni si dhagaʼe ati obboleessa kee deebifatteerta. 16 Yoo si dhagaʼuu baate garuu dubbiin hundinuu dhuga baatota lamaan yookaan sadiin waan mirkaneeffamuufnama biraa tokko yookaan nama lama fudhadhuu dhaqi.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também