Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 24

23 Yeroo sana yoo namni kam iyyuu, Ilaa, Al-Masiihiin as jira!yookaan Achi jira!isiniin jedhe, hin amaninaa. 24 Dajjaal Al-Masiihonnii fi nabiiʼiyyoonni sobaa ni kaʼuutii; isaanis yoo dandaʼameef filatamtoota illee gowwoomsuuf jedhanii mallattoo gurguddaa fi dinqii ni hojjetu. 25 Kunoo ani duraan dursee isinitti himeera.

26 "Kanaafuu yoo isaan, Kuunnoo, inni gammoojjii keessa jiraisiniin jedhan achi hin dhaqinaa; yookaan yoo isaan, Kunoo, mana keessa gola jiraisiniin jedhan hin amaninaa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também