48 Inni dabarsee Iisaa kennu sunis, "Namichi ani dhungadhu isa; isinis isa qabaa" jedhee mallattoo kenneefii ture. 49 Yihuudaanis yommusuma Iisaatti dhiʼaatee, "Nagumaa yaa barsiisaa!" jedhee isa dhungate.