28 Isaanis uffata isaa irraa baasanii uffata bildiimaa itti uffisan; 29 gonfoo qoraattii micciiranii dhaʼanii mataa isaa irra kaaʼan. Harka isaa mirgaa keessas ulee kaaʼan. Fuula isaa durattis jilbeenfatanii, "Akkam ree, yaa mootii Yihuudootaa!" jedhanii isatti qoosan.
Publicidade
Publicidade