Publicidade

Mateus 6

30 Isin yaa warra amantii xinnoo nana. Allaahan erga marga dirree kan harʼa jiruu fi kan bor immoo ibiddatti naqamutti iyyuu akkasitti uffisee, isinitti immoo guddaa caalchisee hin uffisuu ree? 31 Kanaafuu, Maal nyaanna?yookaan Maal dhugna?yookaan Maal uffanna?jettanii hin yaaddaʼinaa.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-