Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 9

23 Iisaanis yommuu mana bulchaa mana sagadaa sanaa seenee warra ulullee afuufanii fi uummata wacu argetti, 24 "Asii deemaa! Intalattiin rafteerti malee hin duunee" jedhe. Isaan garuu isatti kolfan. 25 Erga namoonni gad baafamanii booddees inni ol seenee harka intalattii qabe; isheenis kaatee dhaabatte.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também