Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Seenaa 23

4 Daawudis akkana jedhe; "Isaan kanneen keessaa kuma digdamii afur hojii mana qulqullummaa Rabbii Allaah haa toʼatan; namoonni kuma jaʼa qondaaltotaa fi abbootii murtii haa taʼan. 5 Kumni afur eegdota balbalaa haa taʼan; kumni afur immoo miʼoota faarfannaa kanneen ani kaayyoo kanaaf kenneen Rabbii Allaah haa galateeffatan."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também