Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Seenaa 28

9 "Yaa ilma koo Suleyimaan atis Allaah abbaa keetii beekii garaa tokkoo fi qalbii fedhii qabuun isa tajaajili; Rabbii Allaahan waan garaa namaa keessa jiru hunda qoree karooraa fi yaada hunda hubataatii. Yoo ati isa barbaadde inni siif argama; yoo ati isa dhiifte garuu inni bara baraan si dhiisa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também