23 Fincilli akka cubbuu falfala hojjechuu ti;
mata jabinnis akka hammina waaqeffatamaa tolfamaa waaqeffachuu ti.
Waan ati dubbii Rabbii Allaah tuffatteef,
anis akka ati mootii hin taane si tuffadheera."