Pular para o conteúdo
Publicidade

Keessa Deebii 13

Waaqeffatamtoota Biraa waaqeffachuu

1 Yoo nabiiʼiyyiin yookaan namni abjuudhaan waan dhufaa jiru himu tokko gidduu keessanitti argamee mallattoowwan yookaan dinqii isinitti hime, 2 yoo mallattoon yookaan dinqii inni isinitti hime sun raawwatamee innis, "Kottu waaqeffatamtoota biraa kanneen ati duraan hin beekne duukaa buunee haa waaqeffannu" siin jedhe, 3 ati dubbii nabiiʼiyyii yookaan nama abjootu sanaa hin dhaggeeffatin; Rabbii Allaahan kee akka isin garaa keessan guutuu fi yaada keessan guutuudhaan isa jaallattan qoruuf waan kana godhaatii.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também