Pular para o conteúdo
Publicidade

Deuteronômio 32

16 Isaan waaqeffatamtoota ormaatiin isa hinaafsisan;

waaqeffatamtoota jibbisiisoo isaaniitiinis isa dheekkamsiisan.

17 Isaan hafuurota hamoo Allaah hin taʼiniif,

waaqeffatamtoota hin beekiniif,

waaqeffatamtoota reefuu dhufaniif,

waaqeffatamtoota abbootiin keessan hin sodaatiiniif aarsaa dhiʼeessan.

18 Ati Kattaa si dhalche gante;

Allaah si uume irraanfatte.

Veja também