6 Yaa saba gowwaa, kan ogummaa hin qabne,
ati akkasitti Rabbii Allaahaf deebii kennitaa?
Inni Abbaa kee, Uumaa kee,
kan si hojjetee fi si tolche mitii?
6 Yaa saba gowwaa, kan ogummaa hin qabne,
ati akkasitti Rabbii Allaahaf deebii kennitaa?
Inni Abbaa kee, Uumaa kee,
kan si hojjetee fi si tolche mitii?