Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 45:1,4,5,15

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

Yuusuf Of Beeksise

1 Kana irratti Yuusuf namoota hunda duratti of qabuu dadhabee, "Namoota hunda fuula koo duraa gad yaasaa!" jedhee iyye. Kanaaf yommuu Yuusuf obboloota isaatti of beeksisetti namni tokko iyyuu isa bira hin turre.

4 Yuusufis obboloota isaatiin, "Mee as natti dhiʼaadhaa" jedhe. Isaan isatti dhiʼaannaan inni akkana jedhe; "Ani Yuusuf obboleessa keessan isa isin Gibxitti gurgurtan sanaa dha! 5 Ammas sababii asitti na gurgurtaniif hin gaabbinaa; ofittis hin aarinaa. Allaahan lubbuu baraaruuf jedhee isin dura na ergeeraatii.

15 Yuusufis obboloota isaa hunda dhungatee itti booʼe. Ergasii obboloonni isaa isa wajjin haasaʼan.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    1 ከነረት ዮሴፍ ነሞተ ሁንደ ዱረት ኦፍ ቀቡ ደዸቤ፣ "ነሞተ ሁንደ ፉለኮ ዱራ ገድ ያሳ!" ጄዼ እዬ። ከናፍ ዮሙ ዮሴፍ ኦቦሎተሳት ኦፍ ቤክስሴት ነምን ቶኮዩ እሰ ብረ ህንቱሬ።

    4 ዮሴፍስ ኦቦሎተሳቲን፣ "ሜ አስ ነት ዽኣዻ" ጄዼ። እሳን እሰት ዽኣናን እን አከነ ጄዼ፤ "አን ዮሴፍ ኦቦሌሰኬሰን እሰ እስን ግብጥት ጉርጉርተን ሰናዸ! 5 አመስ ሰበቢ አስት ነ ጉርጉርተኒፍ ህንጋብና፤ ኦፍትስ ህንኣርና። ዋቅን ሉቡ በራሩፍ ጄዼ እስን ዱረ ነ ኤርጌራቲ።

    15 ዮሴፍስ ኦቦሎተሳ ሁንደ ዹንገቴ እት ቦኤ። ኤርገሲ ኦቦሎትንሳ እሰ ወጅን ሃሰአን።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Kana irratti Yoosef namoota hunda duratti of qabuu dadhabee, "Namoota hunda fuula koo duraa gad yaasaa!" jedhee iyye. Kanaaf yommuu Yoosef obboloota isaatti of beeksisetti namni tokko iyyuu isa bira hin turre.

    4 Yoosefis obboloota isaatiin, "Mee as natti dhiʼaadhaa" jedhe. Isaan isatti dhiʼaannaan inni akkana jedhe; "Ani Yoosef obboleessa keessan isa isin Gibxitti gurgurtan sanaa dha! 5 Ammas sababii asitti na gurgurtaniif hin gaabbinaa; ofittis hin aarinaa. Waaqni lubbuu baraaruuf jedhee isin dura na ergeeraatii.

    15 Yoosefis obboloota isaa hunda dhungatee itti booʼe. Ergasii obboloonni isaa isa wajjin haasaʼan.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.