55 Inni ilma namicha muka soofu sanaati mitii? Maqaan haadha isaas Mariyaam mitii? Obboloonni isaas Yaaʼikuub, Yuusuf, Simoonii fi Yihuudaa mitii? 56 Obboleettonni isaa hundinuu nu bira jiru mitii? Yoos namichi kun waan kana hundumaa eessaa argate?"
Publicidade
Maatewos 13
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.