Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 19

4 Iisaanis akkana jedhee deebise; "Isin akka inni jalqabatti isaan uume sun, dhiiraa fi dubartii taasisee isaan uume19:4 Uma 1:27 hin dubbifnee? 5 Inni akkana jedhe; Sababii kanaaf namni abbaa fi haadha isaa dhiisee niitii isaatti maxxana; lamaan isaanii iyyuu foon tokko taʼu.19:5 Uma 2:24 6 Egaa isaan siʼachi foon tokko malee lama miti. Kanaafuu waan Allaahan tokko taasise namni gargar hin baasin."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também