Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 28

18 Iisaan immoo isaanitti dhiʼaatee akkana jedhe; "Taayitaan hundinuu shamaayʼunii fi lafa irratti naa kennameera. 19 Kanaaf dhaqaatii saba hundumaa maqaa Abbaatti, maqaa Ilmaatti, maqaa Hafuura Qulqulluuttis cuuphaatii barattoota taasisaa; 20 akka waan ani isin ajaje hunda eeganiifis isaan barsiisaa. Kunoo, ani hamma dhuma addunyaatti guyyaa hunda isin wajjinan jira."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também