7 Isinis yommuu duʼaa godhattan akka ormootaa dubbii faayidaa hin qabne irra hin deddeebiʼinaa; isaan baayʼina dubbii isaaniitiin waan isaaniif dhagaʼamu seʼu. 8 Isin akka isaanii hin taʼinaa; abbaan keessan utuma isin duʼaa hin godhin iyyuu waan isin barbaachisu ni beekaatii.
Publicidade
Publicidade