Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 9

20 Kunoo, dubartiin dhiigni ishee waggaa kudha lama dhangalaʼaa ture tokko dugda isaa duubaan dhuftee handaara uffata isaa tuqxe. 21 Isheenis garaa ishee keessatti, "Ani yoon uffatuma isaa illee tuqe nan fayya" jettee yaaddee turteetii.

22 Iisaanis garagalee ishee ilaalee, "Yaa intalaa, amantiin kee si fayyiseeraatii jabaadhu!" jedheen. Dubartiin sunis yeruma sana fayyite.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também