Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Saamuʼeel 20

41 Erga gurbichi deemee booddee Daawud karaa kibba dhagaa sanaatii kaʼee yeroo sadii gad jedhee fuula Yoonaataan duratti addaan lafatti gombifame. Ergasiis isaan wal dhungatanii walitti booʼan; Daawud garuu caalaa booʼe.

42 Yoonaataanis Daawudiin, " Anaa fi si gidduutti, sanyii koo fi sanyii kee gidduutti Rabbii Allaahan bara baraan dhugaa baatuu dhawaliin jennee akka firummaan keenya jabaatee dhaabatuuf maqaa Rabbii Allaahatiin walii kakanneerraatii nagaan deemi" jedhe. Ergasii Daawud kaʼee qajeele. Yoonaataanis gara magaalaatti deebiʼe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também