Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Saamuʼeel 7

1 Kanaafuu namoonni Kiriyaati Yeʼaariim dhufanii taabota Rabbii Allaah fudhatanii ol baʼan. Isaanis gara mana Abiinaadaab kan gaara irra jiruutti geessan; akka inni taabota Rabbii Allaah eeguufis ilma isaa Eleʼaazaarin qulqulleessan.

Filisxeemonni Moʼatamuu Isaanii

2 Taabonni sun erga gara Kiriyaati Yeʼaariim geeffamee yeroo dheeraa dha; walumaa galatti waggaa digdama taaʼe. Sabni Israaʼel hundinuus booʼichaan Rabbii Allaahatti deebiʼe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também