Pular para o conteúdo
Publicidade

Keessa Deebii 4

10 Gaafa isin Kooreebitti fuula Rabbii Allaah keessanii dura dhaabattan, yeroo inni, "Akka isaan hamma lubbuudhaan lafa irra jiraatan hundatti na sodaachuu baratanii ijoollee ijoollee isaanii illee na sodaachuu barsiisaniif dubbii koo haa dhagaʼaniitii namoota walitti qabi" naan jedhe sana yaadadhaa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também