27 Ani mucaa kana argachuuf duʼaa godhadheera; Rabbii Allaahanis waan ani isa kadhadhe naaf kenneera. 28 Kanaafuu ani amma Rabbii Allaahaf isa nan kenna. Bara jireenya isaa guutuu Rabbii Allaahaf ni kennama." Isaanis achitti Rabbii Allaahaf sagadan.
Publicidade
1 Saamuʼeel 1
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.