Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Saamuʼeel 13

11 Saamuʼeel, "Ati maal gochuu kee ti?" jedhee gaafate.

Saaʼolis deebisee akkana jedhe; "Ani yeroon akka sabni bibittinnaaʼe, akka ati yeroo murteeffametti hin dhufinii fi akka Filisxeemonni Mikmaasitti walitti qabaman argetti, 12 Filisxeemonni Gilgaalitti natti dhufan; anis surraa Rabbii Allaah hin kadhannejedheen yaade. Kanaafuu aarsaa gubamu dhiʼeessuun dirqama natti taʼe."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também