4 Inni Kattaa dha; hojiin isaa mudaa hin qabu;
daandiiwwan isaa hundinuus qajeelaa dha.
Inni Allaah amanamaa hin dogoggorre,
tolaa fi qajeelaa dha.
4 Inni Kattaa dha; hojiin isaa mudaa hin qabu;
daandiiwwan isaa hundinuus qajeelaa dha.
Inni Allaah amanamaa hin dogoggorre,
tolaa fi qajeelaa dha.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.