40 Akka sii fi ijoollee kee warra siʼiin duubaatiif toluu fi akka biyya Rabbii Allaahan kee bara baraan siif kennutti umuriin kee dheeratuuf qajeelchawwanii fi ajajawwan isaa kanneen ani harʼa siif kennu eegi.
Publicidade