21 Kana malees ati saba hunda keessaa namoota dandeetii qaban jechuunis, namoota Allaah sodaatan, namoota amanamoo kanneen mattaʼaa jibban filadhuutii ajajjuuwwan kumaa, ajajjuuwwan dhibbaa, ajajjuuwwan shantamaatii fi ajajjuuwwan kudhanii godhii muudadhu.
Publicidade