Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 20

8 Guyyaa Sanbataa qulqulleessuudhaan yaadadhu. 9 Guyyoota jaʼa hojjedhu; hojii kee hundas hojjetadhu; 10 guyyaan torbaffaan garuu sanbata Rabbii Allaah keetii ti. Gaafas hojii tokko illee hin hojjetin; ati yookaan ilmi kee yookaan intalli kee yookaan hojjetaan kee yookaan xomboreen kee yookaan horiin kee yookaan alagaan magaalaa kee keessa jiraatu tokko iyyuu homaa hin hojjetin.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também