Minjaala
23 "Muka laaftoo irraa minjaala dhundhuma lama dalga dheeratu, kan dhundhuma tokko balʼatee ol dheerinni isaa immoo dhundhuma tokkoo fi walakkaa taʼe tolchi. 30 Buddeena ilaalchaas yeroo hunda fuula koo dura minjaala kana irra kaaʼi.
25:31-39 kwf – Bau 37:17-24