Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 31:1-6

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

Bezaliʼeelii fi Oholiiyaab

1 Rabbii Allaahan Muusaadhaan akkana jedhe; 2 "Ilaa, ani gosa Yihuudaa keessaa Bezaliʼeel ilma Uuri, ilma Huuri filadheera; 3 ani Hafuura Allaahatiin, ogummaadhaan, dandeettii fi beekumsa hojii harkaa gosa hundumaan isa guuteera; 4 Kunis akka inni warqeedhaan, meetii fi naasiidhaan hojii ogummaa hojjetuuf; 5 akka inni dhagaawwan muree qopheessuuf, akka muka soofuu fi akka hojii ogummaa harkaa kan gosa hundaa keessatti hirmaatuuf. 6 Akkasumas ani kunoo akka inni isa gargaaruuf Oholiiyaab ilma Ahiisaamaak kan gosa Daan sana muudeera.

"Akka isaan waan ani si ajaje hunda hojjetaniif ogeeyyii hojii harkaa hundaaf ogummaa kenneera.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    1 ዋቀዮ ሙሴዻን አከነ ጄዼ፤ 2 "እላ፣ አን ጎሰ ይሁዳ ኬሳ ቤዘልኤል እልመ ኡር፣ እልመ ሁር ፍለዼረ፤ 3 አን ሀፉረ ዋቃቲን፣ ኦጉማዻን፣ ደንዴቲፊ ቤኩምሰ ሆጂ ሀርካ ጎሰ ሁንዱማን እሰ ጉቴረ፤ 4 ኩንስ አከ እን ወርቄዻን፣ ሜቲፊ ናሲዻን ሆጂ ኦጉማ ሆጄቱፍ፤ 5 አከ እን ዸጋወን ሙሬ ቆጴሱፍ፣ አከ ሙከ ሶፉፊ አከ ሆጂ ኦጉማ ሀርካ ከን ጎሰ ሁንዳ ኬሰት ህርማቱፍ። 6 አከሱመስ አን ኩኖ አከ እን እሰ ገርጋሩፍ ኦሆሊያብ እልመ አሂሳማክ ከን ጎሰ ዳን ሰነ ሙዴረ።

    "አከ እሳን ዋን አን ስ አጀጄ ሁንደ ሆጄተኒፍ ኦጌዪ ሆጂ ሀርካ ሁንዳፍ ኦጉማ ኬኔረ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Waaqayyo Museedhaan akkana jedhe; 2 "Ilaa, ani gosa Yihuudaa keessaa Bezaliʼeel ilma Uuri, ilma Huuri filadheera; 3 ani Hafuura Waaqaatiin, ogummaadhaan, dandeettii fi beekumsa hojii harkaa gosa hundumaan isa guuteera; 4 Kunis akka inni warqeedhaan, meetii fi naasiidhaan hojii ogummaa hojjetuuf; 5 akka inni dhagaawwan muree qopheessuuf, akka muka soofuu fi akka hojii ogummaa harkaa kan gosa hundaa keessatti hirmaatuuf. 6 Akkasumas ani kunoo akka inni isa gargaaruuf Oholiiyaab ilma Ahiisaamaak kan gosa Daan sana muudeera.

    "Akka isaan waan ani si ajaje hunda hojjetaniif ogeeyyii hojii harkaa hundaaf ogummaa kenneera.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.