Pular para o conteúdo
Publicidade

Gênesis 12

17 Rabbii Allaahan garuu sababii niitii Ibraam, sababii Saaraatiif jedhee Faraʼoonii fi warra mana isaa jiraatan dhukkuba hamaan dhaʼe. 18 Kanaafuu Faraʼoon Ibraamin ofitti waamee akkana jedheen; "Ati maal natti hojjette? Akka isheen niitii kee taate maaliif natti hin himin?

Veja também